Barmootni daandii carraatti nama ceesisu, garuu ammo yeroo dheeraadhaaf, barattootni Abbootii Dachee Australia milkaa’uuf danqaaleen isaan mudataniiru. Utuma rakkooleen jiranii jijjiiramnis tahaa jira ...
Biyyi Australia aadaa Saboota Jalqabaa badhaadhaa fi adda adda qabaachuun addunyaa guutuutti beekamti. Garuu gara abbummaa dachee fi mirga Dachee gaafa ilaallu, amma illee hiikaa isaa akka ati ...